MM Abiy Ahimad Kombolchaatti oomishtoota uffannaa fi huccuuwwanii daawwatan

Finfinnee, Mudde 16, 2015(FBC)- Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad fi qondaaltonni hojii olaanoo mootummaa federaalaa Naannoo Amaaraa Magaalaa Kombolchaatti oomishtoota uffannaa fi huccuuwwanii daawwatan.

Dandeettii Invastimantii biyyattii cimsuuf duulli “Ityoophiyaan haa Oomishtuu” erga eegalamee baatiiwwan muraasa darbanitti, keessumaa damee maanufaakchariingiin galiin daldala alaarraa argamu bu’aa olaanaa galmeessuu ragaan Waajjira Muummee Ministiraarraa argame ni mul’isa.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Or/omo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment