MM Abiy Ahimad Kitaaba Ajajaa Shantamaa Gaashaayee Xeenaawuun mata duree ‘Ajaja Kaabaa ganame’ jedhuun barreeffame eebbisiisan

Finfinnee, Bitootessa 24, 2014 (FBC)- Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad Kitaaba Ajajaa Shantamaa Gaashaayee Xeenaawuun mata duree ‘Ajaja Kaabaa ganame’ jedhuun barreeffame eebbisiisaniiru.

Sirna eebba kitaabaa kanarratti Muummee Ministiraa FDRI Abiy Ahimad dabalatee Birgaadeer Jeneraal Kaasaayee Camadaa namoonni bebbeekamoo argamaniiru.

Muummeen Ministiraa Abiy Ahimadis Ajajaa Shantamaa Gaashaayee Xeenaawuun baga gammaddan jedhaniiru.

Malaakuu Gadiiftu gabaase

Ityoophiyaa :- Haa Misoomsinu, Haa Ijaarru, Haa qophoofnu!!!

Fuula Feesbuukii keenyaan odeeffannoo waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Filatamoo
Comments (0)
Add Comment