MM Abiy Ahimad Keeniyaa Naayiroobii galan

Finfinnee, Waxabajjii 28, 2014 (FBC) – Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad Yaa’ii addaa hoggantoota Mootummoota Misoomaa Baha Afrikaarratti hirmaachuuf Keeniyaa Naayiroobii galaniiru.
Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad fi jilli isaaniin durfamu Yaa’ii Idilee 39ffaa Hoggantoota Mootummoota Misoomaa Baha Afrikaa fi biyyoota miseensaa dhaabbatichaarratti hirmaachuuf Keeniyaa Naayiroobii galaniiru.
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
Filatamoo
Comments (0)
Add Comment