Finfinnee, Amajjii 7, 2014 (FBC) – Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad Muummee Ministiraa Kaanaadaa Jastiin Truudoo waliin bilbilaan mari’ataniiru.
Dhimmoota waqtaawaa fi naannawaarratti xiyyeeffachuun mari’achuu isaanii himameera.
Muummeen Ministiraa Abiy Ahimad Ityoophiyaan michummaa fi tumsa hunda galeessa Kaanaadaa waliin qabdu ni dinqisiiffatti jedhan fuula Tiwiitarii isaaniin.
Ityoophiyaa :- Misoomsuuf, Ijaaruuf, Yaa qophoofnu!!!
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.