Finfinnee, Bitootessa 27, 2015(FBC)- Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad Ityoophiyaatti Daayrektara Olaanaa duraanii Dhaabbata Nyaataa Addunyaa Deevid Beeslii galateeffataniiru.
Muummeen Ministiraa Abiy Ahimad ergaa gama miidiyaa hawaasummaa isaaniin dabarsaniin, daayrektarichi yeroo itti gaafatamummaa isaaniitti gahee bahataniif galateeffachuu ibsaniiru.
Boqonnaa jireenya isaanii hafettis hawwii gaarii qaban ibsaniifiiru.
#Oromia #Ethiopia
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.