Finfinnee, Caamsaa 10, 2015 (FBC)- Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad Ittaantuu Pireezidaantii Kolombiyaa Firaansiis Maarkeez Waliin mari’ataniiru.
Muummeen Ministiraa Abiy Ahimad gama miidiyaa hawaasummaa isaaniin akka ibsaniitti, Ittaantuu Pireezidaantii Kolombiyaa Firaansiis Maarkeez waliin mari’achuu fi hariiroo biyyoota lameen gidduu cimsuuf, carraalee walta’iinsaa dameewwan garaagaraa bal’isuuf waliin akka hojjetan beeksisaniiru.
#Oromiyaa #Ityoophiyaa
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataan argachuuf;
Teelegiraama https://t.me/afanoromofana
Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.