Finfinnee, Eebla 26, 2015 (FBC) – Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad jila ergamaa Addaa Pireezidaantii Mana Maree Birmadummaa Sudaan waliin mari’ataniiru.
Lammiileen Sudaan ogummaa qabaniin rakkoo isaan mudate yeroo gabaabaa keessatti furachuu akka danda’an amantaa guutuu qaachuu maricharratti ibsaniiru.
Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad Humnoonni Sudaan garaagartee isaanii mariin furuu akka qaban waamicha dhiyeessaniiru.
#Oromiyaa #Ityoophiyaa
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataan argachuuf;
Teelegiraama https://t.me/afanoromofana
Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.