Finfinnee, Eebla 27, 2015(FBC)- Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad Hoteela Iskaaylaayit boqonnaa 2ffaa eebbisiisaniiru.
Hoteelli Iskaayilaayit boqonnaa 2ffaan banamuun Finfinneen imaltoota idil addunyaaf tajaajila gahaa kennuu akka dandeessuufi ardicharraa buufata imala murteessaa ta’uushee raga kan bahu ta’uu Muummeen Ministiraa Abiy Ahimad ibsaniiru.
#Oromiyaa #Ityoophiyaa
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataan argachuuf;
Teelegiraama https://t.me/afanoromofana
Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.