Finfinnee, Mudde 30, 2015(FBC)-Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad fi Giiftii D|uree Zinnaash Taayyaachoon hojjettotaa Waajjira Muummee Ministiraaf maaddii qoodaniiru.
Hojjettoonni kunneen pirojektoota garaagaraa Waajjira Muummee Ministiraan hogganaman ijaaruurratti kanneen hirmaataa jiran ta’uun ibsameera.
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.