Finfinnee, Gurraandhala 26, 2014 (FBC) – Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad Kaantibaa magaalaa Finfinnee Aadde Adaanach Abeebee waliin ta’uun hojiilee Qonnaa magaalaa Finfinnee daawwataniiru.
Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad Sochiin qonna magaalaa wabii midhaan nyaataa biyyaleessaaf faayidaa olaanaa qabaachuu irra deddeebiin ibsaa turuun kan yaadatamuudha.
Guyyaa har’aas sochii qonna magaalaa adda addaa naanna’uun daawwachuu isaanii ragaan Waajjira Kaantibaa magaalaa Finfinneerraa argame ni muul’isa.
Ityoophiyaa :- Haa Misoomsinu, Haa Ijaarru, Haa qophoofnu!!!
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.