MM Abiy Ahimad hojiilee maaddii guutuu magaalaa Finfinnee daawwatan

Finfinnee, Eebla 6, 2015 (FBC) – Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad hojiilee maaddii guutuu magaalaa Finfinnee daawwataniiru.

Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad magaalaa Finfinneetti Agarsiiftuuwwan Maaddii guutuu daawwachuu isaanii fuula miidiyaalee hawaasummaa isaaniin ibsaniiru.

Filatamoo
Comments (0)
Add Comment