Finfinnee, Guraandhala 28, 2016 (FBC)- Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad kutaalee hawaasaa jiraattota Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee waliin mari’ataniiru.
Magaalaan Finfinnee guddinaa fi adeemsa jijjiiramaa murteessaa fedhiiwwan babal’achuu magaalotaa faanaa dhufan mul’isuu keessatti kan argamtu ta’uu Dooktar Abiy gama miidiyaa hawaasummaa isaaniin ibsaniiru.
Mariin har’a gaggeeffames hanqinaalee mul’atan irratti hubannoo waloo qabaachuuf akkasuma carraalee gaarii jiran adda baasuuf daran barbaachisaa ta’uu himaniiru.
#Oromia #Ethiopia
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegiraama https://t.me/afanoromofana
Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.