MM Abiy Ahimad hoggantoota Poolisii waliin mari’atan

Finfinnee, Waxabajjii 9, 2014 (FBC) –  Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad dhimmoota garaagaraarratti hoggantoota poolisii waliin mari’ataniiru.

Muummeen Ministiraa Abiy Ahimad hoggantoota kanneen waliin dhimmoota Riifoormii Poolisii, Koontiroobaandii fi gochoota seeraan alaarratti mari’achuu ragaan Waajjira Muummee Ministeeraarraa argame ni mul’isa.

Feesbuukii keenyaan odeeffannoo waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Filatamoo
Comments (0)
Add Comment