MM Abiy Ahimad hogganaa Abbaa Taayitaa Invastimantii Kuwaataar waliin mari’atan

Finfinnee, Fulbaana 5, 2015(FBC)-  Muummeen Ministiraa FDRI  Abiy Ahimad Abbaa Taayitaa Invastimantii Kuwaataaritti hogganaa Eeshiyaa- Paasifikiifi Afrikaa Sheek Faayisal Biin Taanii Al-Taaniin waliin mari’atan.

Mariin isaanii carraalee hojii invastimantiifi babal’isuurratti kan xiyyeeffate ta’uu ragaan Wajjira Muummee Ministeeraarraa argame ni mul’isa.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Filatamoo
Comments (0)
Add Comment