Finfinnee, Qaammee 1, 2014 (FBC) – Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad guyyaa tola ooltummaa sababeeffachuun Awwaareetti lammiilee harka qalleeyyiif manneen jireenyaa dabarsaniiru.
Walharkaa fuudhinsi kun qaama manneen harka qalleeyyii haaromsuu bara kana keessa gaggeeffamaa ture keessaa tokko ta’uu ragaan Waajjira Muummee Ministiraarraa argame ni mul’isa.
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna