Finfinnee, Waxabajjii 27, 2015 (FBC) – Muummeen Ministira FDRI Abiy Ahimad Godina Kibba Oomoo Aanaa Nyi’angaatoomitti sagantaa Ashaaraa magariisaa eegalchiinsaniiru.
Saganticharratti Giiftii Duree Zinnaash Taayyaachoo dabalatee hoggantoonni mootummaa federaalaa fi naannolee argamaniiru.
Nannnoolee hundatti haala kanaan biqiltuwwaan dhaabuun Hongee ittisuuf qooda qabaachuu akka ta’ees eeraniiru.
Hojiilee kanneen itti fufsissuuf biqiltuwwaan nyaataaf oolaan dhabuun bu’aa argachuu ni dandeenya jedhaniiru.