Finfinnee, Bitootessa 16, 2015(FBC)- Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad godina Guraagee galaniiru.
Muummeen Ministiraa Abiy Ahimadiifi hoggantoonni olaanoon mootummaa hawaasa godinichaa waliin mari’achuuf godina Guraagee galuu ragaan Waajjira Muummee Ministiraarraa argame ni mul’isa.
#Oromia #Ethiopia
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.