Finfinnee, Muddee 9, 2014 (FBC) – Yaa’ii 3ffaa Turki – Afrikaa irratti hirmaachaa kan turan Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimadii fi jilli isaaniin durfamu gara Finfinnee deebi’uu waajjirri Muummee Ministiraa beeksiiseera.
Jilli kun Yaa’ii 3ffaa Turki – Afrikaa Turki magaalaa Istaanbuulitti gaggeeffamerratti hirmaachaa turuun galgala kana gara Finfinnee galeera.
Naannoo keessan eegaa!
Gara adda waraanaatti duulaa!
Raayyaa Ittisa Biyyaa deeggaraa!
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.