Finfinnee, Waxabajjii 28, 2014 (FBC) – Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad fi jilli isaanii turtiisaanii Keeniyaa xumuruun gara biyyaa deebi’aniiru.
Yaa’iin Addaa Hogganttoota IGAD 39ffaan Keeniyaa magaalaa Naayiroobiitti gaggeeffamaa ture dhimmoota waloo garaagaraarratti ibsa waloo baasuun xumurameera.
Yaa’icharratti kan hirmaatan Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad fi jilli isaanii turtiisaanii xumuruun gara Ityoophiyaa deebi’uu Waajjirri Muummee Ministeeraa beeksiseera.
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.