MM Abiy Ahimad Daayrektara Maaneejiingii IMF waliin mari’atan

Finfinnee, Mudde 5, 2015 (FBC)- Muummeen ministiraa FDRI Abiy Ahimad Daayrektara Maaneejiingii Dhaabbata Maallaqaa Addunyaa (IMF) Kiristiilaa Joorjiyeevaa waliin mari’ataniiru.

Muummeen Ministiraa miidiyaa hawaasummaa isaaniin akka ibsanitti, Dayrektarittii waliin marii bu’aa qabeessaa gaggeessaniiru.

Mariin isaaniinis Ityoophiyaatti ajandaa fooyya’iinsa diinagdee biyya keessaa, barbaachisummaa idaa salphisuu fi dhimmoota biroorratti kan xiyyeeffate ta’uu ibsaniiru.

Milkaa’inaalee darban eeguun kanneen eegalaman ammoo caalmaan cimsuuf murannoo qabaachuu himaniiru.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Filatamoo
Comments (0)
Add Comment