Finfinnee, Bitootessa 4, 2015 (FBC)- Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad daawwannaa hojiif Sudaan Kibbaa Juubaa galaniiru.
Muummeen Ministiraa Abiy Ahimad wayita Juubaa ga’anitti Pireezidaantii Sudaan Kibbaa Saalvaa Kiiriin simatamaniiru.
Dureewwan lameen hariiroo gamaa lameenii biyyootaa gidduu jiru fi dhimmoota naannawaarratti ni mari’atuun eegama.
#Oromiyaa #Ityoophiyaa
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.