Finfinnee, Amajjii 18, 2015(FBC)- Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad daawwannaa hojiif Sudaan galan.
Muummeen Ministiraa Abiy Ahimad wayita Kaartuum gahan Pireezidaantii Mana Maree Ce’umsa Riippaabilika Sudaan Jeneraal Abdulfattaa Al-Burhaaniin simatamaniiru.
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.