Finfinnee, Amajjii 21, 2014 (FBC)- Muummeen Ministiraa Abiy Ahimad daawwannaa hojiif Emmireetoota Arabaa Gamtoomanii Abudaabii galaniiru.
Muummeen Ministira Abiy Ahimad wayita Abudaabii ga’aan Emmireetoota Arabaa Gamtoomaniitti itti aanaan ajaja waliigalaa raayyaa ittisa biyyaa Mahaammad Biin Zaaydiin Al Naahiyaan simannaa taasisaaniifiru.
Hoggantoonni lamaan hariiroo biyyoota lamaanii dhimmoota cimsuu danda’aan irratti mari’ataniiru.
Alaazaar Taaddalatu gabaase
Ityoophiyaa :- Haa Misoomsinu, Haa Ijaarru, Haa qophoofnu!!!
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.