Finfinnee, Amajjii 18, 2015 (FBC) – Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad daawwannaa hojii Sudaanitti taasisaa turan xumuruun gara biyyaa deebi’an.
Turtii isaaniin Mana Maree Ce’umsa Birmadummaa Sudaaniifi qaamolee dhimmatoota biro waliin marii bu’aa qabeessa taasisuu ragaan Waajjira Muummee Ministiraarraa argame ni mul’isa.
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.