Finfinnee, Eebla 26, 2015 (FBC) – Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad Chaansilara Jarman Olaaf Shooliz Masaraa Mootummaa guddichatti simachuu waliin mari’ataniiru.
Chaansirri Jarman Olaaf Shooliz daawwannaa hojii guyyoota lamaaf har’a gara Ityoophiyaa dhufuun kan yaadatamuudha.
#PMOEthiopia
#Oromiyaa #Ityoophiyaa
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataan argachuuf;
Teelegiraama https://t.me/afanoromofana
Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.