Finfinnee, Gurraandhala 29, 2014 (FBC) – Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad barreessaa olaanaa Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanii Antooniyoo Gutareez waliin bilbilaan mari’ataniiru.
Muummeen Ministiraa Abiy Ahimad Antooniyoo Guutareez waliin haala deeggarsa namoomaa bakkeewwan waraanaan miidhaman qaqqabsiisuun danda’amurratti bilbilaan mari’achuu ibsameera.
Ityoophiyaa :- Haa Misoomsinu, Haa Ijaarru, Haa qophoofnu!!!
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.