MM Abiy Ahimad bara haaraa maanguddoottaa fi Harka Qalleeyyii waliin kabajan

Finfinnee, Fulbaana 1, 2015 (FBC) – Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad bara haaraa maanguddoottaa fi Harka Qalleeyyii waliin kabajaniiru.

Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad Maanguddoota fi harka qalleeyyii kutaalee magaalaa Liddaataa, Qiirqoosii fi Araadarraa walitti babba’aniif maaddii qoodaniiru.

Maanguddoonni kunneen ummata Ityoophiyaa maraan baga geessan jedhaniiru.

Barri Haaraan kan nageenyaa fi milkii akka ta’u hawwaniiru.

Alaazar Taaddalaatu gabaase.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment