MM Abiy Ahimad Ayyaana dhalootaa warreen kabajaniif ergaa baga geessanii dabarsan

Finfinnee, Muddee 16, 2014 (FBC)- Muummeen Ministiraa FDRI  Abiy Ahimad guyyaa yaadannoo  dhaloota Iyyesuus Kiristoos kan warra faranjootaa warren kabajaniif ergaa baga geessanii dabarsaniiru.

Kutaa addunyaa garaagaraatti guyyaa har’aa ayyaanni guyyaa dhalootaa Iyyesuus Kiristoos kabajamaa jira.

Warreen Ayyaanicha kabajaniif Muummeen Ministiraa Abiy Ahimad ayyaanichi ayyaana gaarii akka ta’uufiif hawwaniiru.

Naannoo keessan eegaa!

Gara adda waraanaatti duulaa!

Raayyaa Ittisa Biyyaa deeggaraa!

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Filatamoo
Comments (0)
Add Comment