Finfinnee, Amajjii 18, 2015 (FBC) – Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad ummanni Sudaan giddu seentummaa tokko malee adeemsa siyaasaa ogummaa fi ga’umsaan hogganuuf eegalan dinqisiifataniiru.
Muummeen Ministiraa Abiy Ahimad Pireezidaantii Mana Maree Ce’umsa Riippaabilika Sudaan Jeneraal Abdulfattaa Al-Burhaaniin waliin mari’ataniiru.
Adeemsa marii eegalame Ityoophiyaan kan tumsitu ta’uu eeraniiru.
Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad daawwannaa hojiif har’a Sudaan galuun isaanii kan yaadatamuudha.
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.