MM Abiy Ahimad abbootii qabeenyaa Ameerikaa waliin mari’atan

Finfinnee, Mudde 7, 2015(FBC)- Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad abbootii qabeenyaa Ameerikaa waliin mari’atan.

Muummeen Ministiraa Abiy Ahimad carraalee invastimantii Ityoophiyaarratti abbootii qabeenyaa Ameerikaa waliin mari’achuu ergaa gama Tiwiitara isaaniin dabarsaniin beeksisaniiru.

Riifoormiiwwan gaggeeffamaa jiraniin, badhaadhummaa waloof hojiilee invastimantiin hawaasaa fi diinagdee Ityoophiyaarratti akka bobba’aan gaafataniiru.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Or/omo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Filatamoo
Comments (0)
Add Comment