MM Abiy Ahimad Aanaa Xagadeetti Atara Kilaasteraan misoome daawwatan

Finfinnee, Onkololeessa 7, 2015 (FBC) – Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad Godina Goondar Aanaa Xagadeetti Atara Kilaasteraan misoome daawwatan.

Sagantaa daawwannaa kanarratti Itti aanaa Muummee Ministiraa fi Ministira Ministeera Dhimma Alaa Obbo Dammaqaa Makonniin dabalatee hoggantoonni olaanoon Mootummaa federaalaa fi naannolee argamaniiru jedhame.

Godina Giddu Gala Goondar aanaa Xagadeetti lafti Hektaarri Kumni 1 fi 200 Ataraan misoomaa jiraachuu ragaan Waajjira Kominikeeshinii Godinichaarraa argame ni mul’isa.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment