Misoomni Qamadii Bonaa baranaa haala gaariin gaggeeffamaa jira-Dooktar Abiy Ahimad

Finfinnee, Mudde 2, 2016 (FBC)- Misoomni Qamadii Bonaa baranaa haalaa gaariin gaggeeffamaa jiraachuu Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad ibsan.

Dooktar Abiy Ahimad gama miidiyaa hawaasummaa isaaniin akka ibsanitti, barana Qamadii Bonaa lafa hektaara miiliyoona 3 olirratti omishuuf kan karoorfame ta’uu fi qonni isaas haala gaariidhaan gaggeeffamaa jira.

#Oromiyaa #Itiyoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegiraama https://t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Filatamoo
Comments (0)
Add Comment