Misooma keenya hojjachaa dinoota keenya ni barbaddeessina-Obbo Shimallis Abdiisaa

 

Finfinnee, Hagayya 2, 2013 (FBC)- Misooma keenya hojjachaa dinoota keenya ni barbaddeessina jedhan Pireezdaantiin mootummaa naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaa,
 
Haawaasniis bakka jirutti meeshaa isaa haaxaawwatee dinoota keenya barbadeessuuf haa qophaa’u.
 
Tokko taane garee badii shorokessaa TPLF waliin haa dhabamsifnu jedhaniru
 
Juuntaan ijoolee keenyaa Snaaypariidhan nuurra ajjeessera,lafa keenyaa fuunaanne gurgureera,qonnaan buulaa laffarraa buuqisun heddu dararaa ture jedhan.
 
Humni kun Itoophiyaa sameeraa, diguudhaffisa hangaa danda’e carraaqeera, gareen kan tokko taane kan offirraa darbanne malee haaraa miti kan jedhan Obbo Shimallis, har’a ammo awwaalaa ka’e gara angootti dhufu humna tattaaffachaa jiru kanaaf tole hin jennu.
 
Diina kaleessaaf har’a kana tokko taane humna balleessu qabnudha jedha Obbo Shimallis.
 
Humna badii kana bakka lammata ka’u hin dandeenyetti awwaaluuf hundi keenya qabsaa’u qabna.
 
TPLF teessoo nama dhibba qoofaatti qabachaa ture, amma teessoon kan sabaaf sabalammootaa fi Ummattoota Itoophiyaa waan ta’eef,lammata koophaa isaa irra taa’u hin danda’u jechun ergaa isaani dabarsan.
 
Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf; :-www.fanabc.com
 
Yuutyuubhttps://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
 
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
 
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
Filatamoo
Comments (0)
Add Comment