Misooma biqiltuu shaayii dachan dabaluuf hojilee bal’aan hojjetamaa jiru-Dooktar Abiy Ahimad

Finfinnee, Amajjii 13, 2016 (FBC)-Misooma biqiltuu Shaayii Itiyoophiyaan hanga ammaa qabdu dachaan dabaluuf barana hojiilee bal’aan hojjetamaa jiraachuu Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad ibsan.

Biqiltuun Shaayii hanga ammaatti dhaabaman akkuma jiranitti ta’ee, omisha isaa guddisuuf qophiin biqiltuu olaanaan gaggeeffamaa jiraachuu gama miidiyaa hawaasummaa isaaniin ibsaniiru.

#Oromiyaa #Itiyoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegiraama https://t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment