Miseesoonni liigii dubartootaa fi kookasii dubartootaa raayyaa ittisa cinaa akka dhaabbataan ibsan

Finfinnee, Hagayya 10, 2013(FBC)- Mana maree bakka bu’oota ummataatti miseensoonni liigii dubartootaa fi kookasii dubartoota waamicha biyyaa baraaruu fudhachuun raayyaa ittisa cinaa akka dhaabbataan mirkaneessaniiru.

Walitti qabduun kookasichaa aadde Ababaayee Gazaaheny akka ibsanitti, galaa adda addaa fi meeshaalee qulqullinnaa gara adda waraanaatti erguuf qophii ta’uudha kan ibsan.

Miseensoonni liigii dubartootaa fi kookasii dubartoota kana dura biyya baraaruuf raayyaa ittisa biyyaaf deeggarsoota gargaraa taasisuun isaanii ragaan mana maree bakka bu’oota uumataarra argamee ni muul’dhisa.

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment