Miseensota Raayyaa Ittisaa Raawwii hojii olaanaa galmeessaniif guddinni sadarkaa laatame

Finfinnee, Fulbaana 15, 2014 (FBC) – Gamtaa Raayyaa Ittisaatti Qajeelchi olaanaa hoggansa qabeenya humna namaa miseensota Raayyaa Ittisaa yeroo tajaajila isaanii uwwisaanii fi Raawwii hojii olaanaa galmeessaniif guddina sadarkaa laateera.

Itti gaafatamaan Qajeelchichaa Meejer Jeneraal Haacaaluu Shallamaa miseensota kanneeniif guddina sadarkaa kana laachuu ragaan Raayyaa Ittisaarraa argame ni muul’isa.

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment