Miseensota Humna Qilleensa Ityoophiyaa raawwii hojii gaarii galmeessisaniif sadarkaan guddinaa kenname

Finfinnee, Fulbaana 17, 2014 (FBC)- Miseensota Humna Qilleensa Ityoophiyaa raawwii hojii gaarii galmeessisanii fi turtii isaanii xumuraniif sadarkaan guddinaa kennameera.

Sirna keenninsa sadarkaa guddinaa kanarratti Ajaja Olaanaan Humna Qilleensa Mejer Jeneraal Yilmaa Mardaasaa dabalatee hoggantoonni olaanoon argamaniiru.

Sadarkaan guddina kan laatamees miseensota Humna Qilleensa Ityoophiyaa raawwii hojii gaarii galmeessisanii fi yeroo turtii isaanii xumuraniif sadarkaan guddinaa kennameera.

Maddi:-TOI

Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf; :-www.fanabc.com

Yuutyuubhttps://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment