Miseensoonni poolisii federaalaa fi komishinii magaalaa Finfinnee Aqaaqii Qaalliittitti oomishoota sassaabbiif ga’an sassaaban

Finfinnee, Sadaasa 26, 2013 (FBC)- Miseensoonni poolisii federaalaa fi komishinii magaalaa Finfinnee kutaa magaalaa Aqaaqii Qaalliittitti oomishoota sassaabbiif ga’an sassaabaniiru.
Miseensoonni poolisii kunneen nageenya biyyaattiif dhaabbachuurra darbee hojii tola ooltummaa akka kanaarratti hirmaachuun hawaasaaf dhaabbachuu isaanii mirkaneessaniiru.
Hojii raawwachiiftun kutaa magaalaa Aqaaqii Qaallitti aadde Fatiyaa Mahaammaad, miseensoota poolisii fi dargaggoota hojii tola ooltummaa kanarratti hirmaatan galateeffataniiru.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.
Karaa Yuutyuubii keenyan nu hordofuuf FBC Afaan Oromoo subiskiraayib godhaa.
Karaa marsariitii (weebsaayitii) keenya fanabc.com/afaanoromoo nu hordofaaa.
Twiitara keenya https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
Comments (0)
Add Comment