Miseensonni shanee Kaaba Keeniyaa ka’uun gara biyyaa seenuuf socho’aa turan to’ataman

Finfinnee, Muddee 12, 2014 (FBC) – Miseensonni garee shororkeessaa Shanee Kaaba Keeniyaa ka’uun gara biyyaa seenuuf socho’aa turan qaamolee nageenyaan to’atamuu ibsameera.
Miseensonni kunneen Kaaba Keeniyaa ka’uun karaa Godina Booraanaan ummataan walfakkaachuun gara biyyaa seenuf wayita socho’aa turan Qaamolee Nageenyaa Mootummaan to’atamuu maddeen FBC ni muul’isu.
Naannoo keessan eegaa!
Gara adda waraanaatti duulaa!
Raayyaa Ittisa Biyyaa deeggaraa!
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
Comments (0)
Add Comment