Finfinnee, Sadaasa 20, 2016 (FBC) – Miseensonni Raayyaa Ittisaa Godina Shawaa Lixaa Aanaa Ilfataatti Oomisha ga’e walitti qabaniiru.
Raayyichi birmadummaa biyyaa tiksuurra darbee hojiilee tola ooltummaa garagaraa hojjechaa jiraachuu ibsameera.
Aanichattis oomisha qonnaan bultoota humna hin qabnee walitti qabuun raayyaa ummataa ta’uu isaa mirkaneessuu ragaan Raayyaa Ittisaarraa argame.
#Oromiyaa #Ityoophiyaa
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.