Miseensonni Raayyaa Ittisaa ayyaana bara haaraa Istaadiyeemii Waldiyaatti kabajaa jiru

Finfinnee, Fulbaana 1, 2015 (FBC) – Miseensonni Raayyaa Ittisaa Adda waraanaa Walloo jiran Ayyaana bara haaraa Istaadiyeemii Waldiyaatti kabajaa jiru.

Garee shororkeessaa ABUT weerara biyyarratti bane qolachuuf adda waraanaa walloo kan jiran miseensoonni raayyaa ittisa biyyaa mata duree “Ka’umsi keenya Ityoophiyuummaa galmi keenya injifannoo” jedhuun Ayyaana bara haaraa Istaadiyeemii Waldiyaatti kabajaa jiru.

Sirna kanarraatti aanga’oonni olaanoo mootummaa federaalaa fi naannoo, miseeensoota Raayyaa ittisaa fi maatiim duultootaa argamaniiru.

Dajanuu Gonfaatu gabaase.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment