Finfinnee, Caamsaa 1, 2015 (FBC) – Miseensonni Mana Maree Waloo Paartilee Siyaasaa Ityoophiyaa dhimmoota ijaarsa eenyummaa fi waliigaltee biyyoolessaarratti magaalaa Aarbaa Mincitti marii gaggeessaa jiru.
Mariin kun torbee tokkoof kan turu ta’uu Walitti Qabaan Mana marichaa Dooktar Maabraatuuu Alamuun ibsaniiru.
Ityoophiyaa keessatti rakkoolee ijaarsa eenyummaa biyyaalessaa fi hojiirra oolmaa isaan waliin walqabatanii jiran aadaa falmii fi yaada yaadaan injifachuurratti mul’atan furuun murteessaa ta’uu ibsameera.
Miseensonni Mana Maree Waloo Paartilee Siyaasaa kunneen marii taasiisan cinaatti hojiilee misoomaa hojjetaman ni daawwatuun eegama.
#Oromiyaa #Ityoophiyaa
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.