Miseensonni mana maree gaaffile gandootaa kuma 127’rraa dhiyaatan dhaabbileef dhiyeessan

Finfinnee, Adoolessa 3, 2016 (FBC)- Miseensonni Mana maree bakka bu’oot aummataa nannaawaa filaman dhaquun gandootaa kuma 127 fi 277 irraa gaaffilee walitti qaban dhaabbilee raawwachiistotaaf dhiyeessaniiru.

Qaamoleen raawwachiistotaa gaaffilee ummataaf xiyyeeffanna kennuun akka hojjetan Manni Maree Bakka Bu’ootaa hubachiiseera.

Nageenyi boora’uu, rakkoo kenna tajaajilaa dhabbilee, pirojektoonni bu’uuraalee misooma harkifachuu, komii ummataa dhaggeeffachuun hanqina qabaachuu, wanti dubbatamuu fi qabatamaan kan jiru walarguu dhabuu fa’aan gaaffilee adda baafamanii dhiyaataan ta’u Ministir Deetaan Waamamaa Mootummaa Masarat Haayileen dubbataniiru.

Afawarqi Iyyaayyuutu gabaase.

#Oromia #Ethiopia

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataan argachuuf;

Teelegiraama https://t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment