Miseensonni Boordii Qorannoo raawwii labsii yeroo ariifachiisaa shakkamtoota to’annoo jala jiran daawwatan

Finfinnee, Hagayya 30, 2015 (FBC) – Miseensonni Boordii Qorannoo raawwii labsii yeroo ariifachiisaa Shakkamtoota Mana Amala Sirreessaa magaalaa Bahirdaaritti to’annoo jala jiran daawwataniiru.

Shakkamtoota waliin marii taasisuu fi bakka bultii shakkamtootaas daawwachuu eerameera.

Haalli qabiinsa sirreeffamtootaa gaarii ta’uu kaasuun, hanqinaaleen jiran akka sirreeffaman yaadachiiseera.

Shakkamtootaf galteewwan guutamuu fi haalli mijataan jiraachuu daawwachuu ibsaniiru.

Qabiinsi mirga namoomaa shakkamtoota kanneenii gaarii ta’uu hubachuu miseensonni boordichaa dubbachuu TOI gabaaseera.

#Oromiyaa #Ityoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Filatamoo
Comments (0)
Add Comment