Miseensi Kongiraasii Keeriin Baas xalayaa Ityoophiyaan AGOA keessaa akka turtu gaafatuu Masaraa Motummaa Adiif galchan

Finfinnee, Muddee 14, 2014 (FBC)- Dhageettii olaanaa kan qaban Miseensa Kongiraasii Ameerikaa  Keeriin Baas xalayaa Ityoophiyaan AGOA ”The African Growth and Opportunity Act” keessaa akka turtu  gaafatuu bulchiinsa Joo Baayidaaniif galachaniiru.

Kaawunsilii Siivikii Ameerikaanoota Ityoophiyaa miseensoonni kongirasii Ameerikaa carraan itti fayyaddamummaa Ityoophiyaa AGOA itti fufuu akka qabu xalayaa erganiiru.

Kana hordoofe Miseensi Kongiraasii Ameerikaa Keeriin Baas xalayaa Ityoophiyaan AGOA keessaa akka turtu kan gaafatuu Masaraa Motummaa Adiif galchaniiru.

Naannoo keessan eegaa!

Gara adda waraanaatti duulaa!

Raayyaa Ittisa Biyyaa deeggaraa!

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

 

Comments (0)
Add Comment