Har’a ‘mandara Qulqullinaa’ eebbisuu keenyan dura, bu’uuraalee qulqullina biyyoolessaa Kaleessa ijaarre daawwachuuf carraa arganneerra – Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad

Finfinnee, Sadaasa 14, 2017 (FBC) – Har’a ‘mandara Qulqullinaa’ eebbisuu keenyan dura, bu’uuraalee qulqullina biyyoolessaa Kaleessa ijaarre daawwachuuf carraa arganneerra jedhan Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad.

Dhaabbanni murteessaan kun dorgomtummaa oomishaaleen biyya keessaa gabaa alaarratti qaban guddisuun, hirmaannaa fi gatii qaban kan dabaluudha.

Dhaabbata cimaa biyyaa ta’uun dandeettii gabaa alaa cimsuun waltajjii addunyaarratti dorgommaa taanee akka itti fufnuuf kan dandeessisuudha jedhan.

#Oromia #Ethiopia

Filatamoo
Comments (0)
Add Comment