Ministirri misooma idil addunyaa Kaanaadaa Ityoophiyaa daawwachuufi

Finfinnee, Caamsaa 11, 2015 (FBC) – Ministirri misooma idil addunyaa fi waamamaan Ejansii misooma Diinagdee biyyoota Paassifikii Kaanaadaa Haarjiit Saajaan Ityoophiyaa daawwachuufi.

Ministirichi Dilbata dhufuu eegalee Ityoophiyaa dabalatee Missirii fi Chaaditti daawwannaa hojii torbee tokkoo taasisuuf ta’uu eeraniiru.

Ministira kana waliin bakka bu’aan paarlaamaa Landan Lixa Kaanaadaa Ariiyeellee Kaayyaabaagaan daawwannaa kana irratti ni hirmaatu jedhame.

Turtii isaanii dhimmoota garaagaraarratti hoggantokta mootummaa olaanoo waliin ni mari’atuun ni eegame.

#Oromiyaa #Ityoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataan argachuuf;

Teelegiraama https://t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment