Finfinnee, Qaammee 4, 2013 (FBC)- Ministirri Ministeera Qonnaa obbo Umaar Huseen bara haara 2014 sababeeffachuun qonnaa bultootaa fi horsiisee bultootaaf erga baga geessanii dabarsaniiru.
Erga isaaniin qonnaa bultootaa fi horsiisee bultootaaf, hoggantoota fi ogeeyyii damee qonnaa sadarkaan jiran, keessaayu ammoo hojjettoota buufata misooma qonnaan bultootaa fi horsiisee bultootaaf deeggarsa ogummaa laataan, qaamolee dhimmi ilaallatuu fi deeggartoota akkasums uummattoota biyyatti hundaan baga bara haara 2014 isin gahee jedhaniiru.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.