Ministirri Ministeera Dhimma Alaa Keeniyaa Finfinnee galan

Finfinnee, Caamsaa 30, 2013 (FBC) – Ministirri Ministeera Dhimma Alaa Keeniyaa Riicheel Omaamoon daawwannaa hojiif Finfinnee galaniiru.
Riicheel Omaamoon Wayita Buufata Xiyyaaraa Idil Addunyaa Boolee ga’an Ministir Deettaan Ministeera Dhimma Alaa Ambaasaaddar Burtukaan Ayyaanoon simannaa taasiisuufi ragaan Waajjira Dubbii Himaa Ministeera Dhimma Alaarraa argame ni agarsiisa.
Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
Comments (0)
Add Comment