Finfinnee, Guraandhala 15, 2015 (FBC)- Ministirri Maallaqaa gareewwan tumsitoota misoomaa waliin mari’ataniiru.
Marichas Obbo Ahimad Shidee, Ityoophiyaa, Ertiraa, Sudaan Kibbaa fi Sudaanitti Daayrektar Baankii Addunyaa Osmaan Diyooniin dursaniiru.
Marichaanis Ityoophyaatti miidhaa qaqqabee, madaallii hammattoo karoora ijaarsa deebisanii dandamachiisuu hinraafamne hojiirraa oolchuutti ceessisuu fi dhimmoota biroorratti ibsi bal’aan garee tumsitootaaf kennameera.
Itti gaafatamtoonni eejensiiwwanii fi jilichi karoora deebisanii dandamachiisuu fi ijaaruu Ityoophiyaa dinqisiifachuu ragaan ministeericharraa argame ni mul’isa.
Barbaachisummaa deebisanii ijaaruutti amanuun hojiirra oolmaan isaas dhimmoota deeggarsa tumsitootaa barbaadan ta’uu marichaan eerameera.
#Ityoophiyaa
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.